Chaayinaa

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
中华人民共和国
Zhōnghuá Rénmín Gònghéguó
Riippabiliika Ummataa Chaayina
Flag of the People's Republic of China.svg National Emblem of the People's Republic of China.svg
People's Republic of China (orthographic projection).svg
Magaalaa Guddaa Beejiingi
Afaan Hojii Chaayiniffa
Ballina 9 596 961 km²
Baayyina ummataa 1 350 695 000 (2013)
Tuuta'insa ummataa 140 /km²
Faaruu 义勇军进行曲/Yìyǒngjūn Jìnxíngqǔ
Koodii lakkoofsa bilbilaa +86

Chaayinaan, maqaa guutuu Riippabiliika Ummataa Chaayina(中文:中华人民共和国) jedhamuun waammamti, biyya Eshiyaa bahaatti argamtu. Chaayinaan biyya baayyina uummataatin addunyaarraa tokkoffaarra jirtu yoo taatu baayyinni uummata ishees biliyoona 1.35 ol ta'a. Magaalaan guddoon Chaayinaa Beejiingi. Chaayinaan kutaa bulchiinsaa 22, naannolee ofiin of bulchan 5, bulchiinsa magaalaa 4 (Beejiingi, Tiyaanjiin, Shaangaayi, fi Choonkiing), fi naannolee addaa kan ofiin of bulchan 2 (Hoongi Koongi fi Makkaa'uu) qabdi. Dabalataanis Chaayinaan Taayiwaan kutaa bulchiinsaa 23ffaa akka taatetti kan dhiyeessitu yoo ta'u Taayiwaan garuu akka biyya tokkootti of ilaalun ofiin of bulchaa jirti

Eshiyaa    

Giddu-galeessa Eshiyaa
Map Central Asia.PNG

KaazaakistaanKirgistaanUzbeekistaanTaajaakistaanTarkimeenistaan

Eshiyaa Bahaa

Map-World-East-Asia.png

Kooriyaa KaabaaKooriyaa KibbaaJaappaanMongooliyaaChaayinaa

Eshiyaa Dhihaa
Map world middle east.svg

ArmeeniyaaAzarbaajanBaahireenJi'oorjiyaaIraanIraaqIsiraa'elJoordaanKuweetLibaanonOmaanKaataarSa'ud ArabiyaaSiiriyaaTarkiiYamanYunaayitid Arab Imireetis

Eshiyaa Kibba Bahaa
LocationSoutheastAsia.PNG

BirunaayTiimor BahaaFiliippiinsiIndoneeshiyaaKamboodiyaaLaa'osMaleeshiyaaMaaynamaarSingaappoorTaayilaandVeetinaam

Eshiyaa Kibbaa
Map-World-South-Asia.png

AfgaanistaanBaangilaadishBuutanIndiyaaMaaldivsiNeeppaalPaakistaanSirii Laankaa

Eshiyaa Kaabaa

Raashiyaa