Seena jireenyaa

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Seenan jireenyaa ibsa ballaa ykn gabaasa jireenya namaa tokkooti. Seenan jireenyaa odeeffannoo barnoota, hojii, hariiroo, fi du'a caala qabata - muxannoo namni sun isaan kanarratti qabus of keessatti qabata.