Giranaadaa

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Giranaadaa biyyaa odolootaa yoo taatu Odola Giranaadaa fi odoloota xixiqqoo ja'a of keessaa qabdi. Giranaadaa Garba Karibiyaanii keessatti kibba Giranadiinsitti argamti.